Sheek Muhsin Mahammad xaahir

Sheek Muhsin Mahammad xaahir

https://t.me/Nesredin

Sheekh Muhsiin Mahammad xaahir ja'ama.

Hayyuu islaama khan onnii Baabbiltichaa adunyaa islaamaf biqilchiteedha.Hayyuun rabbiin bekkumsa diin(ilmii) fi sammuu ajaa'ibaatiin faayedha. Daa'imummaa isaatin barnoota barbacha maatiin gargar bahuun Joollummaa isaanitiin quraana hafazuudhan barnoota hadiisaafi khaneen biroo barachuu jalqabe.


Erga barnoota isaa xumureen booda, tan ofii osoo hin ja'in bara dukkana khan namni sheeka tahu isaaf haala sukkanesadhaan ajjeefamu san kheysaa tanumaa rabbii khadamutti seene.


Yeroo sanii jalqabee hangaa hardhaati warsha diin islaama tahudhan hawasaa tajaajila akkasumaas waggootaa 11 oliif majliisaa hundeysuun beeytoota diin islaam dadhabii fi hifannaa takkaan maleeti, halkanii guyyaa osoo hin ja'iin idoowwan gargaraati oomishaa Jira.Hayyuun khun magaala Baabbilee fi iddoo Aanaa Baabbilee irraa km hangaa 100 fagaate argamtu jidduu demudhasn (Guyyoota 4 magaala Baabbileeti guyyota 3 Aanaa Ibroo-Muusaati) nama barsiisaa jirudha.


Barootaa 20 oliif Baabileeti dura ta'aa dhimmaa islaama Aanaa Baabbilee fi waggoota shaniif itti Aanaa dura ta'a dhimma islaama godinaa harargee baha tahun nama tajaajiledha.

Sheekha kheenya Rabbiin umrii dheertu nuuf ha khennufi Seenaa isaa isiinif himuu osoo hin taane isiinumaa barsiisufi malee hojiin isaa waniin ani as irratti barreeyse fixuumiti.

Wal barnoota gaari

Nesredin Abdi

Report Page