Press

Press

News


Daandiin Xiyyaara Ityoophiyaa Vaayrasi Koroonaa Ittisuuf Xiyyaaroota Hojii Keemikaalaan Qulqulleessu Hojjechaa Jira

On Feb 11, 2020  1

Gurraandhala 3, 2012 (Ptv) – Daandiin xiyyaara Ityoophiyaa vaayrasi koroonaa ittisuuf xiyyaaroota hojii keemikaalaan qulqulleessu hojjechaa jira.

Daandiin xiyyaara Ityoophiyaa vaayrasi koroonaa ittisuuf ofeeggannoon dursaa olaanaan taasisu tokko, xiyaaroota Chaayinaa fi biyyoota vaayrachi keessatti muldhatanirra dhufa hojii keemikaalaan qulqulleesu ta’uu beeksiseera.

Maddii:-FBC

Report Page