Aj

Aj


ETHIO MUSLIMS BROADCASTING:

As wr wb kabajamtoota hordoftoota channel keenyaa hojii haarawa eegaluu waan deemnuuf yaada keessan isinirraa funaannannee isin mariisisuuf jenna.


Sagantichiis baruumsa yeroo murtaa'aa yeroo murtaa'aa keessatti efa isin biraan geenyee isuma keessaa sagantaan gaafif deebii kan hundaa'u ta'a.

Asirratti yaada qabdan nuuf qoodaa


Yaada keessaniif 

  👇👇👇

@Aqil_Al_Hamidi 

@Aqil_Al_Hamidi

 

Nubiraan gahuu dandeessu.

Report Page