#Boonuun Amala sheyxaanaati

#Boonuun Amala sheyxaanaati

Musa Abdullha

*Boonni Dalagaa Sheyxaanaati*


👉Namni Dalagaa sheyxaana Dalaguu Salphataadha xiqqaataadha tuffatamaadha jibbamaadha Galtii Isaa Ibidda Jahannam.


👉Boonun Dalagaa Keyrii Ati qabdus si jalaa ballessee Jannata Akka hin senne si taasisa.


Boonu Akkaan Dilii Hamaadha Irraa Baqadhaa Obbolewwan.

Report Page