*/

*/

Source

Dubbii ajaa'ibaaharraan tana Miidiyaa hawaasaa irratti arge

🟠🟠🟠🟠🟠🟠🟡🟡🟡

Haati tiyya warra ollaa keenyaan wayta sooqidda (Ashaboo) naa kennaa jettun dhagahe. Anis ajaa’iba natti ta’ee, “Ummaa bar mana keenya keessa sooqidda hedduutu jira. Maaliif isaan kadhatte” jedhee gaafadhe.

Haati tiyyas akkas jechuun naaf deebiste, “Isaan yeroo hunda waan garagaraa nu gaafatu. Akkuma beektu isaan harka qalleeyyiidha. Kanaafuu wanti isaanirraa argachuu dandeenyuu fi rakasni sooqidda. Kun ammoo isaa hin miidhu. Wanti kana godheef isaan rakkisuuf osoo hin taane, nutillee isaanitti akka haajamnu akka beekan barbaadeeti. Wanti an isaan gaafadheef, isaanillee sodaan malee yeroo hunda nu gaafatuu akka itti fufaniif.”

Report Page