.

.


1⃣Rasuulli (Saw) jiruu isaanii keessatti yeroo meeqa hajjan.

A,2 B,3 C,1 D,yeroo 1 ol.

2⃣Maqaan sahaabii qur'aana keessatti yaamaamee kami.

A, kaalid B, usmaan
C, zeeydi D, Umar

3⃣Sharxiin salaataa meeqa.

A, 10 B, 9 C, 8 D, 14

4⃣Sharxiin salaataa yoo hin guutamin salaanni maal ta'a?.

A, ni qeebalma B, ni bada
C, ajriitu hir'ata D, deebi hin qabu.

5⃣Sharxii salaataa keessaa inni jalqabaa fi xumuuraa kami?

Report Page