.

.


1 Rasuulli (Saw) jiruu isaanii keessatti yeroo meeqa hajjan.

A 2 B 3 C 1 D yeroo 1 ol.

2 Maqaan sahaabii qur'aana keessatti yaamaamee kami.

A kaalid B usmaan C zeeydi D Umar

3 Sharxiin salaataa meeqa.

A 10 B 9 C 8 D 14

4 Sharxiin salaataa yoo hin guutamin salaanni maal ta'a.

A, ni qeebalma B, ni bada
C, ajriitu hir'ata D, deebi hin qabu.

5 Sharxii salaataa keessaa inni jalqabaa fi xumuuraa kami?

Report Page