*/

*/

From

Muudama haaraa, Itoophiyaa keessatti

===================

Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad, muudama haaraa ALI Onkoloolessa 25 irraa kaasee hojiirra oolu kennaniiru. Namoonni muudamanis: 1. Ministirri Muummee Itti Aanaan Dammaqaa Makonnin Ministira Dhimma Alaa

2. Jenaraal Birhaanuu Julaa Itaamaajoorshuumii waliigalaa humna waraanaa

3. L/Jenaraal Ababaaw Taaddasaa Itaamaajoorshuumii walii galaa Itti Aanaa

4. Pirezidaantii Naannoo Amaaraa kan turan Obbo Tamasgeen Xurunaa Daarektara Olaanaa Tajaajila Nageenyaa fi Tika Biyyaalessaa 5. Komishinar Dammallaash G/mikaa’el Komishinara Komisinii Poolisii Federaalaa ta'uun muudamaniiru. Suuraan: Waajjira MM

Odeessaalee biroof:

14 minutes ago · Public · in

Report Page