☆☆

☆☆


Soenaa Ughsco Diddaa Roortoo Muslimoota ftoophiyaa bura 615-1700 hubachiise.** Nutis dubbii isaa dhugoomsinee fudhanne. Ergaa inni Allah biraa mutti fide kana agarree isa amannee hordofne. Tokkicha Allah qofa gabbarre. Isatti waan tokko qindeessuu dhiifne. Waan Allahn mu dhorke mutis ni dhorkamne. Waan inni hojjachuu muuf hayvame ni hojjanne. Sababa kanaaf jecha firoottan keenya diina (nyaapha) isaanii nu godhan. Gocha hamaa gidiraa gara jabeenyaan nurratti raawwatan. midhaan mutti hammaannaan, Amantii keenyarraa mu deebisuuf jecha gidiraan nutti jabaannaan gara biyya keessanii dhufne. Mootowwan hundarra isin filannee isiitti baqannee koolu galtummaa isin gaafanne. Akka isin biratti hin miidhamnes dhugumaan amantii isinirraa qabna 20*
** Ibnul Hajar Fathul baarii keessatti Lk 41a fuula 486 keessatti akkas jedhee ibsa godhe. Janitar dhaali soomaatti nusjaje kan jedhe kanneen bu'ura islaama tahan salaata' (dulachuu yu saga
The Ja'ifar "salast
(sadaqaa) fi “Somana" jechuun isaa kan dirqamaan hojjataman odoo hin taa ne kan Namni odoo ofitiin dalaguu ture. Hojii sunnaa ture kana Jaafar ibsa godhe. Gaala ja'afar waan kana dubbat gabbaru keessatti Nameu fedhii isaatiin hoitaa ture. Ibaadaa Sunnaa ture malee yeroo sana
gadu Zakar a dirgamin A tu san sirna Allah
Sana ammallee dirgin
bin taaselure. Salaaani odoo dirgama hin tahin duratti akka sagadamaa ture ragaa biraa kau Sahaabonni gara Habashaatti hin godaanin dan Salam
muaf ta 'utujine. Od
Ndallaah la

Report Page