☆☆

☆☆


#Grade12

Qormaata kutaa 12ffaa taabileetonni kuma 500 ol ni raabsamu” - Doktar Garramawu Hulluuqaa.

Barattoonni fageenyasaanii eeganii akka qoramaataman yaadamus haalichi waan yaaddessaa ta’eef qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffa baranaa teknoolojii taabileetiitiin kennuuf qophiin xumuramuu Ministir De’eetaan Ministeera Barnootaa Doktar Garramawu Hulluuqaa ibsa kennaniin qormaatni kutaa 12fa bara kanaa teeknooloojii taabileetiidhaan deeggaramee kan kennamu ta’uu ibsaniiru.

Ittifayyadamasaarratti hubannoon jiru akka cimuufis taabileetichi qormaata moodeelaarratti hojiirra kan oolu ta’uus beeksisaniiru. #SHARE
@Bilal_Mesjid

Report Page