*/

*/

Source
BBC News Afaan Oromoo
ODUU AMMEE Hidhattoonni Taaliban Kaabuul seenan Loltoonni Taalibaan magaalaa guddittii Afgaanistaan Kaabuul gama maraan seenaa akka jiran BBC'n odeeffateera. Kaabul magaalota ijoo Afgaanistaan 24 keessaa kan harka mootummaa Afgaanitti hafte yoo taatu loltoonni Taalibaan gama maraan itti marsanii seenaa jiru. Mootummaan Afgaanistaan wanti hundi to'annoo isaa jala akka jiru ibsuun jiraattota tasgabbeessaa jira. Hogganooti Taalibaan ammoo loltoonni isaanii Kaabul keessatti hokkora akka hin kaafne, nama baqachuu fedhuuf karaa akka banan ajajaniiru.

https://bbc.in/2VOmF9H

Yesterday at 8:36 AM · Public · in Timeline PhotosView Full Size

Yassin Ahmed Abdi and 3,242 others like this.

Tenyaas faggoo mitti

1 · 4 hours ago

Kan Oromiyalleen Akkanuma

1 · Yesterday at 1:46 PM

Loltoonni ABO kallattii Arfaniin Finfinneetti Marsanii Seenuf jiru, Finfinneen Muddama keessa SEENTEE jirti Dr Abiy Asmaraatti baqachuuf akka jiru odeeffannee jirra kan jedhu Warri #BBC News Afaan Oromoo kan jedhaman kun gabaasuf qophiitti jiru 😐

34 · Yesterday at 8:47 AM

The end of American puppets era😂

1 · Yesterday at 8:39 AM

1 · Yesterday at 9:19 AM

Bravo taliban militants

1 · Yesterday at 8:54 AM

Bilxiginnaas kanatu erggata dhihootti!

1 · Yesterday at 8:49 AM

AKkuman Fb kiyya baneen 'ODUU AMMEE ' kan jedhu kana gaafan argu
"Jawaar Mohaammed dabalatee Hidhamtoonni siyaasaa hundi gadi lakkifamuu mootummaan beeksise " kan jedhudha se'een gammadee ture, garuu akkas miti eda😭😭

5 · Yesterday at 9:03 AM

Har'a Oduu Gaarii Fiddan Galatooma Ilmaan Usama Binladem Seena Dalagan💝

3 · Yesterday at 8:39 AM

BBC dhugaa rabbii baayyee rakkattan
Jajjabina siniif hawwina jarri qabattetti

1 · Yesterday at 9:11 AM

 View more comments…

Report Page