*/

*/

From

Guyyaa kaleessaa [Wiixata] galgala weellisaa Hacaaluu Hundeessaa irratti ajjeechaan raawwatuun erga mirkanaa’e eegalee namuu gadda isaa ibsataa jira. Suuraan asiin gadi mul’atu magaalaa Finfinnee bakka Gullallee jedhamee beekamudha. Kanneen daandii gubbaa mul’atan gadda isaanii yeroo ibsan mul'atu. Reeffi Hacaaluu kaleessa galgala Kutaa magaalaa Gullallee Hospitaala Phaawuloositti qorannoof geeffamuun ni yaadatama. Maatii isaafi ummata maraaf jajjabina hawwina. Dhimma ajjeechaa Hacaaluufi dhimmoota wayitawaa kaan irratti odeeffannoo jala jalaan isin biraan geenyuuf nu hordofaa.

Suuraa: Oftaananus D.

1 hour ago · Public · in

Report Page