*/

*/

Source
BBC News Afaan Oromoo
Poop Firaans ummata Tigiraayiif akka kadhatamuuf waamicha dhiyeessan
*********************** Dursaan Kaatolikii Addunyaa Poop Firaans ummanni Tigiraay rakkoo hamaa keessa jiru hundi wabii deeggarsa fayyaafi nyaataa akka argatuuf, akkasumas jaalalliifi walta’uun hawaasummaa akka deebiyuuf waliin taanee yaa kadhannu jechuun waamicha dhiyeessan. Poop Firaans erga fuula Tiwiitara isaaniirratti baasan kanaan, “Ani ummata Tigiraay, Itoophiyaa kan rakkoo namoomaa walitti fufinsaan uumameen miidhamettis dhiyoodha,” jedhan.

👇👇


https://bbc.in/3gtPfU3

30 minutes ago · Public · in Timeline PhotosView Full Size

Hin dhalu Qaallichi Gaafa Oromoon Jumlaan Waggaa 27 dhumu maaf hin kadhatiniif

16 minutes ago

Uummanni Oromoo miliyoonaan gaafa hacuucamaa ajjeefamaa ture eessa ture? Uummanni garaagarummaa qabaa laati. Yaa rabbi...

13 minutes ago

Wa.e ijolee mana hidhaa sudi dubaadhamee dhuma jiru 🤔

18 minutes ago

Qoshaashaa gaafa oromoon du'aa gurriis si duudee ijis si jamee

16 minutes ago

Fayyaa ta'aa Poop!

1 · 14 minutes ago

Afura ge waggawu isaafiyuu kadhanna barbbachisa masaartaafan hakadhaatanif maale

18 minutes ago

Sobduu siyaasamooqxi

4 minutes ago

Report Page