ⓎⓈⓂ

ⓎⓈⓂ


Godinaa Arsii Aanaa Balee Gasgaar Gandaa Gannaalee nagayaati koree masjidaa wayyanee ijaraatte Ammaa Qabsoo Hawasaan Aangoo irraa ari'atamte. Ammas irraa deebite Qabenyaa masjidaa samuu fi Angottii Debi'uuf Kaabineen Biltsiginnaa Gargarsifachuun Ummata Nagayaa Hiisisaa jirtii
Kaabinoonni Bilstiginnaa Wayyaanee Wajjin Ummata Nagayaa Saamaa Turanii fi koreen Masjidaa Wayyaaneen ijaarrattee Aangootti Deebisanii Ummata Samsisuuf Ummata Nagayaa hidhaan hiraarsaa jiruu
Kaabinoonni Bilxiginnaa ummataa nagayaa Rakkisaa jiran Kanneeni :-
1, Misbhaa Abdoo
( Bulchaa Aanaa)
2,Taaddalaa Gammachuu (Ajajaa Poolisi)
3,Boogalaa Alamii
Hogganaa Wajiiraa Nageenyaa
4, Nuuro shekaa Abbaa (Alangee)
5,Rahima Jawaro
(Hoggantuu Pp Aanicha)

Namoota Nagayaa Taphaa Siyaasaa fi Hanna Ofii Tolfaachuuf Kaabineen Aanaa fi koreen Baraa wayyanee ummataa samaa turaanin Hidhaman Maqaan isaanii
1,Ismoo H/Mammittii

2,Usman Muhammad

3,Nuruu ismaail

4,Ambiyaa Juneydii

5,Musaa Qasiim

6,Muhammad Aloo

7,Hussein Muhammad

8,Musaa kamaal

Report Page