*/

*/

Source
BBC News Afaan Oromoo
Pirezidant Joo Baaydaniifi kan Masirii Abdul Fattaah al - Sisiin waa'ee Hidha Abbayyaa marii'atan ************

Ibsa Waayit Haawus baasen ''Pirezidantichi yaaddoo Masriin waa'ee hidha Abbayyaa qabdu akka hubatan mirkaneessaniiru,'' jedha.

Dabalataan, karaa dippilomasiin fedhiin Masrii, Sudaaniifi Itoophiyaa itti guutamu akka jiraatu akka Ameerikaan barbaaddu himaniirus jedha.

Ibsi waajjira pirezidantiin Masrii baaseefi Rooyitars gabaasemmoo Pirezidantonni lamaan ''waliigaltee mirga bishaaniifi misoomaa garee hundaa kabachiisuuf carraaqqii dippilomasii akka cimsan waliigalaniiru,'' jedha.

Kana malees Pirezidant Baayidan marii Sisii waliin taasisan irratti gahee Masriin Israa'eliifi Paalastaayin waliigaltee waraana dhaaburra akka gahan taasisteef galateeffachuun isaanii ibsameera.

Ejjennoo Ameerikaan dhimma Hidha Abbayyaa irratti qabdus gabaasa kanarraa ni argattu:👉🏾👉🏾https://bbc.in/3fFwlJk

Suuraan: GETTY IMAGES, REUTERS

2 hours ago · Public · in Timeline PhotosView Full Size

Abaay kan afaarikaa dha malee kan itoophiyaa mit fkn finfinnee kan afaarikaa dha jedhani maddi isaa abiy

50 minutes ago

Ameerikaan waa'ee itoophiyaa murtteessuu hindanddeessu

31 minutes ago

Itiyoophiyaa Dhiibuu Hin Fedhinaa Goota Keessanii

5 minutes ago

BBB Amerkan fedhii ofif jetee waan isii in ilalanee kesaa galtii bakaa amerkan gesee nagenyii in jiruu nagaa bufnaa jedhuu maalee

2 hours ago

Malif yeroo 23456789 irraaaa dadebitani

3 minutes ago

Waa'een Ethiopia Ethiopiadhaf dhisaa jedhani warra BBC afaan oromoo

9 minutes ago

masriin hidha abbayyaa kana dhoosuu qabdi

1 hour ago

Yoo feetan Of fannisaahii jadhaan.

45 minutes ago

Ok BBc tigiray

34 minutes ago

 View more comments…

Report Page