*/

*/

Source

'Filannootti cichuurra nageenyaaf dursa kennuu' ABO Yeroo ammaa biyyattii keessatti xiyyeeffannaa guddaa ta'ee kan jiru filannoodha, garuu wanti kamuu nageenya dursuu hin qabu jedhan gorsaa ol aanaan ABO Dr Shuggux Galataa.

''Kanaafuu waa'ee filmaataarratti cichuu fi isa qofarratti xiyyeeffachuu mannaa waa'ee nagaa fi tasgabbii biyyaarratti walii galtee tokkorra ga'uutu biyyaaf bu'aa qaba jenneeti.''

Yeroo ammaa biyyattii sadarkaa jireenya dhala namaaaf yaaddessaa ta'erra geessee jirti kan jedhan Dr Shiggux, rakkoon keessaa ammoo rakkoo alaaf biyyattii saaxilaa jira jedhan. 👉👉 https://bbc.in/330dVNw

''Itoophiyaan karaa keessaas karaa alaas rakkoodhaan marfamtee jirti, waraana keessaa ba'uun rakkisaa ta'e keessa seenuu dandeessi jennee yaaddofna. Biyya keessatti karaa nageenyaa, hawaasummaa, diingadee fi siyaasaa rakkoo hamaatu uummata harkaa qaba.

Report Page