*/

*/

Source
BBC News Afaan Oromoo
Aadde Keeriyaa Ibraahim wabiin gadhiifaman Poolisiin har’a Mana Murtii Sadarkaa Jalqabaa dhaddacha Lidataaf akka himetti hanga qorannoon duraa dhagahamutti bu’uura seera yakkaa keewwata 28’n Aadde Keeriyaan hidhaati wabiin bahani.

Dabalataan, pirezidantiin Mana Murtii Waligalaa Tigraay kan turan Aadde Hiriyitii Mihiratiifi gorsaa duraanii pirezidantichaa kan turan Obbo W/Goorgis Asaffaa wabiin akka gadhiifaman murtaa’ullee ibsameera.

Af – Yaa’iin duraanii Mana Maree Federeeshinii Aadde Keeriyaan waraanni federaalaa akkuma Maqalee to’ateen ture harka kennuun isaanii kan dhagahame. Suuraa: Mana Maree Federeeshinii

https://bbc.in/2N6jgOW

5 hours ago · Public · in Timeline PhotosView Full Size

Report Page